Barsiisaa Getaachoo Kiisiifi haati warraa isaa barsiistuu Gannat Birrii Ijoollee lama waliin horatan hanga gaafa Caamsaa 6, 2022 lubbuun isaanii osoo hin se'iin bakka tokkotti dabartutti agumaan ...
Magaalaa Naqamteetti Sanbata darbe boombii hoteela Sookam jedhamurratti darbatameen namoonni sagal yoo madaa'an, namni tokko ammoo ajjeefamuu qondaalli poolisii BBCtti himan. Taateen kun Sanbata darbe ...