Hiriyummaa jaalalaa filachuun walxaxaadha. Qaama miidhamaa hiriyummaaf filachuun ittumaa akka qaaniitti ilaaluun namoonni hubannoo dogoggoraa qaban jiraachuu agarsiisa. Sheen Burkaw nama miidhama ...
Paarlaamaan Yugaandaa namoota ofiin ‘gay’ ykn hawaasa jaalala saala walfakkaataa (LGBT) keessa tokko ofiin jedhan wixinee yakkamtoota taasisu raggaasisan. Yoo Pirezidant Yoweerii Museveeniin wixinee ...